As-Saffat · 20/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَقَالُوا يَا وَيْلَنَا هَٰذَا يَوْمُ الدِّينِ ۝٢٠
Qa qaaloo yaa wailanaa haazaa Yawmud-Deen
📖 Afaan Oromoon
“Yaa badii keenya! Kun guyyaa murtiiti” jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu As-Saffat

18قُلْ نَعَمْ وَأَنتُمْ دَاخِرُونَ
(Yaa Muhammad!) “eeyyeen; xiqqaatoo taatanii (kaafamtu)” jedhiin
19فَإِنَّمَا هِيَ زَجْرَةٌ وَاحِدَةٌ فَإِذَا هُمْ يَنظُرُونَ
Isheen iyyansa tokko qofa; yeroo san isaan ni ilaalu
20وَقَالُوا يَا وَيْلَنَا هَٰذَا يَوْمُ الدِّينِ
“Yaa badii keenya! Kun guyyaa murtiiti” jedhan
21هَٰذَا يَوْمُ الْفَصْلِ الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
“Kun Guyyaa murtii kan isin sobsiisaa turtaniidha” (jedhama)
22۞ احْشُرُوا الَّذِينَ ظَلَمُوا وَأَزْوَاجَهُمْ وَمَا كَانُوا يَعْبُدُونَ
“Isaan miidhaa dalagan, hiriyoota (fakkaatoo) isaaniitiifi waan isaan gabbaraa turanis walitti qabaa” (malaykotaan jedhama)
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 20

Suuratu As-Saffat Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Yaa badii keenya! Kun guyyaa murtiiti” jedhan

Suuratu Aayah 20/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers