As-Saffat · 95/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
قَالَ أَتَعْبُدُونَ مَا تَنْحِتُونَ ٩٥
Transliteration
Qaala ata`budoona maa tanhitoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
(Ibraahiim) ni jedhe: “sila waanuma (ofii keessanii) boccan gabbartuu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 93-97 — As-Saffat
93فَرَاغَ عَلَيْهِمْ ضَرْبًا بِالْيَمِينِ
Ergasii isaan irratti mirgaan rukuttaa irratti raawwate
94فَأَقْبَلُوا إِلَيْهِ يَزِفُّونَ
(Mushrikoonni) saffisaan gara isaa gara galan
95قَالَ أَتَعْبُدُونَ مَا تَنْحِتُونَ
(Ibraahiim) ni jedhe: “sila waanuma (ofii keessanii) boccan gabbartuu
96وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ وَمَا تَعْمَلُونَ
Odoo Allaahn isiniifi waan isin dalagdanis uume jiruu.”
97قَالُوا ابْنُوا لَهُ بُنْيَانًا فَأَلْقُوهُ فِي الْجَحِيمِ
(Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti isa darbaa.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
95Aayah
Hiikkaa — As-Saffat 95
Suuratu As-Saffat Aayah 95 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ibraahiim) ni jedhe: “sila waanuma (ofii keessanii) boccan gabbartuuSuuratu Aayah 95/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 93–97. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








