Sad · 85/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكَ وَمِمَّن تَبِعَكَ مِنْهُمْ أَجْمَعِينَ ۝٨٥
La amla`annna Jahannama minka wa mimman tabi`aka minhum ajma`een
📖 Afaan Oromoon
Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 83-87 — Suuratu Sad

83إِلَّا عِبَادَكَ مِنْهُمُ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota kee irraa isaan qulqulleefamoo malee.”
84قَالَ فَالْحَقُّ وَالْحَقَّ أَقُولُ
(Rabbiin) ni jedhe: “Egaa dhugaan (Ana irraayi), Ani dhugumaan jedhas
85لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكَ وَمِمَّن تَبِعَكَ مِنْهُمْ أَجْمَعِينَ
Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.”
86قُلْ مَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ وَمَا أَنَا مِنَ الْمُتَكَلِّفِينَ
(Yaa Muhammad!) jedhi: “(Qur’aana) kana irratti mindaa isin hin gaafadhuAni warra of dirqan irraayis miti
87إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Inni gorsa aalama hundaati malee homaa miti
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — Sad 85

Suuratu Sad Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.”

Suuratu Aayah 85/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers