Al-An'am · 10/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-An'am
وَلَقَدِ اسْتُهْزِئَ بِرُسُلٍ مِّن قَبْلِكَ فَحَاقَ بِالَّذِينَ سَخِرُوا مِنْهُم مَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ ۝١٠
Wa laqadis tuhzi`a bi-Rusulim min qablika fahaaqa billazeena sakhiroo minhum maa kaanoo bihee yastahzi`oon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, ergamoota si dura turanittis qoosamee tureIsaan irraa warra qoosanitti wanti isaan itti qoosaa turan isaanitti marse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-An'am

8وَقَالُوا لَوْلَا أُنزِلَ عَلَيْهِ مَلَكٌ ۖ وَلَوْ أَنزَلْنَا مَلَكًا لَّقُضِيَ الْأَمْرُ ثُمَّ لَا يُنظَرُونَ
Ni jedhu: "Maaliif Maleykaan isa irratti hin buufamin?" Odoo Maleykaa buufnee silaa dhimmichi ni murteeffama; Ergasii yeroon isaaniif hin kennamu ture
9وَلَوْ جَعَلْنَاهُ مَلَكًا لَّجَعَلْنَاهُ رَجُلًا وَلَلَبَسْنَا عَلَيْهِم مَّا يَلْبِسُونَ
Odoma maleykaa isa gooneeyyuu dhugumatti silaa dhiira isa taasifneeti waan isaan walitti fakkeessan isaan irratti wal fakkeesina turre
10وَلَقَدِ اسْتُهْزِئَ بِرُسُلٍ مِّن قَبْلِكَ فَحَاقَ بِالَّذِينَ سَخِرُوا مِنْهُم مَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Dhugumatti, ergamoota si dura turanittis qoosamee tureIsaan irraa warra qoosanitti wanti isaan itti qoosaa turan isaanitti marse
11قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ ثُمَّ انظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُكَذِّبِينَ
Jedhi: "dachii keessa deemaa; ergasii booddeen warra dhugaa kijibsiisee akkam akka ta’e ilaalaa
12قُل لِّمَن مَّا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ قُل لِّلَّهِ ۚ كَتَبَ عَلَىٰ نَفْسِهِ الرَّحْمَةَ ۚ لَيَجْمَعَنَّكُمْ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ لَا رَيْبَ فِيهِ ۚ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Wantoonni samiifi dachii keessa jiran hundi kan eenyuuti?" jedhi“Kan Rabbiiti” jedhiLubbuu Isaa irratti rahmata barreessee jiraDhugumatti, Guyyaa Qiyaamaa mamiin isa keessa hin jirreef walitti isin qabaIsaan lubbuu isaanii hoongessan, hin amananu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 10

Suuratu Al-An'am Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, ergamoota si dura turanittis qoosamee tureIsaan irraa warra qoosanitti…

Suuratu Aayah 10/165 — Suuratu Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-An'am Caqasi, Suuratu Al-An'am Hiikkaa, Suuratu Al-An'am mp3, Suuratu Al-An'am pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers