Al-An'am · 64/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قُلِ اللَّهُ يُنَجِّيكُم مِّنْهَا وَمِن كُلِّ كَرْبٍ ثُمَّ أَنتُمْ تُشْرِكُونَ ۝٦٤
Qulil laahu yunajjjeekum minhaa wa min kulli karbin summa antum tushrikoon
📖 Afaan Oromoon
Jedhi: "Rabbumatu isheefi rakkoo hunda irraa isin baraarsaErgasii isin ni qindeessitu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 62-66 — Al-An'am

62ثُمَّ رُدُّوا إِلَى اللَّهِ مَوْلَاهُمُ الْحَقِّ ۚ أَلَا لَهُ الْحُكْمُ وَهُوَ أَسْرَعُ الْحَاسِبِينَ
Ergasiis gara Gooftaa isaanii dhugaa tae, gara Rabbii deebifamuDhagayaa! murtiin kan Isaa qofaInnis irra arifataa qorattootaati
63قُلْ مَن يُنَجِّيكُم مِّن ظُلُمَاتِ الْبَرِّ وَالْبَحْرِ تَدْعُونَهُ تَضَرُّعًا وَخُفْيَةً لَّئِنْ أَنجَانَا مِنْ هَٰذِهِ لَنَكُونَنَّ مِنَ الشَّاكِرِينَ
Jedhi: "Sila dukkana dachiifi bahraa irraa kan isin muliftaniifi iccitiin isa waammattan taatanii ‘yoo kana irraa nu baraarseef, nuti galateeffattoota irraa taana’ (jettanu) eenyutu isin baraarsa
64قُلِ اللَّهُ يُنَجِّيكُم مِّنْهَا وَمِن كُلِّ كَرْبٍ ثُمَّ أَنتُمْ تُشْرِكُونَ
Jedhi: "Rabbumatu isheefi rakkoo hunda irraa isin baraarsaErgasii isin ni qindeessitu
65قُلْ هُوَ الْقَادِرُ عَلَىٰ أَن يَبْعَثَ عَلَيْكُمْ عَذَابًا مِّن فَوْقِكُمْ أَوْ مِن تَحْتِ أَرْجُلِكُمْ أَوْ يَلْبِسَكُمْ شِيَعًا وَيُذِيقَ بَعْضَكُم بَأْسَ بَعْضٍ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُصَرِّفُ الْآيَاتِ لَعَلَّهُمْ يَفْقَهُونَ
Jedhi: "Inni adabbii gubbaa keessan irraa yookiin miila keessan jalaa isin irratti erguu, yookiin garee haala taataniin isin walitti makee garii keessan lola garii dhandhamsiisuu irratti danda’aadha." Akka isaan hubataniif jecha akkamitti keeyyattoota akka ibsinu ilaali
66وَكَذَّبَ بِهِ قَوْمُكَ وَهُوَ الْحَقُّ ۚ قُل لَّسْتُ عَلَيْكُم بِوَكِيلٍ
Odoo inni dhugaa taee jiruu ummanni kee isa kijibsiisan"Ani isin irratti tiksaa miti" jedhiin
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 64

Suuratu Al-An'am Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhi: "Rabbumatu isheefi rakkoo hunda irraa isin baraarsaErgasii isin ni…

Suuratu Aayah 64/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers