An-Nazi'at · 42/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
يَسْأَلُونَكَ عَنِ السَّاعَةِ أَيَّانَ مُرْسَاهَا ۝٤٢
Yas`aloonaka `anis saa`ati ayyaana mursaahaa
📖 Afaan Oromoon
[Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — Suuratu An-Nazi'at

40وَأَمَّا مَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَىٰ
Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge
41فَإِنَّ الْجَنَّةَ هِيَ الْمَأْوَىٰ
Dhugumatti, jannanni bakka qubannaa isaati
42يَسْأَلُونَكَ عَنِ السَّاعَةِ أَيَّانَ مُرْسَاهَا
[Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu
43فِيمَ أَنتَ مِن ذِكْرَاهَا
Ati beekumsa ishee irraa maal keessa jirta
44إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَاهَا
Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 42

Suuratu An-Nazi'at Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu

Suuratu Aayah 42/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers