Al-Anfal · 22/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Anfal
۞ إِنَّ شَرَّ الدَّوَابِّ عِندَ اللَّهِ الصُّمُّ الْبُكْمُ الَّذِينَ لَا يَعْقِلُونَ ۝٢٢
Inna sharrad dawaaabbi `indal laahis summul bukmul lazeena laa ya`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, irra badaan lubbu qabeeyyii Rabbiin biratti duudaa, arraba qabamaa, isaan hubannoo hin qabneedha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 20-24 — Al-Anfal

20يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا أَطِيعُوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ وَلَا تَوَلَّوْا عَنْهُ وَأَنتُمْ تَسْمَعُونَ
Yaa warra amantan! Rabbiifi ergamaa Isaatiif ajajajamaaOdoo dhageessanuu Isa irraas gara hin galinaa
21وَلَا تَكُونُوا كَالَّذِينَ قَالُوا سَمِعْنَا وَهُمْ لَا يَسْمَعُونَ
Akka isaan haala hin dhageenyeen “dhageenyee jirra” jedhanii hin ta’inaa
22۞ إِنَّ شَرَّ الدَّوَابِّ عِندَ اللَّهِ الصُّمُّ الْبُكْمُ الَّذِينَ لَا يَعْقِلُونَ
Dhugumatti, irra badaan lubbu qabeeyyii Rabbiin biratti duudaa, arraba qabamaa, isaan hubannoo hin qabneedha
23وَلَوْ عَلِمَ اللَّهُ فِيهِمْ خَيْرًا لَّأَسْمَعَهُمْ ۖ وَلَوْ أَسْمَعَهُمْ لَتَوَلَّوا وَّهُم مُّعْرِضُونَ
Rabbiin odoo isaan keessatti toltuu beekee, silaa isaan dhageessisa tureOdoo isaan dhageessisees, silaa isaan kan garagalan ta’anii irraa baqatu
24يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اسْتَجِيبُوا لِلَّهِ وَلِلرَّسُولِ إِذَا دَعَاكُمْ لِمَا يُحْيِيكُمْ ۖ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ يَحُولُ بَيْنَ الْمَرْءِ وَقَلْبِهِ وَأَنَّهُ إِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
Yaa warra amantan! Rabbiif awwaadhaaErgamaa Isaatiifis; yeroo inni waan isin jiraachisutti isin waame (awwaadhaa)Dhugumatti Rabbiin gidduu namichaatiifi onnee isaa akka golguufi isinis gara Isaatti kan walitti qabamtan ta’uu beekaa
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 22

Suuratu Al-Anfal Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, irra badaan lubbu qabeeyyii Rabbiin biratti duudaa, arraba qabamaa,…

Suuratu Aayah 22/75 — Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Anfal Caqasi, Al-Anfal Hiikkaa, Al-Anfal mp3, Al-Anfal pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers