Hud · 77/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Hud
وَلَمَّا جَاءَتْ رُسُلُنَا لُوطًا سِيءَ بِهِمْ وَضَاقَ بِهِمْ ذَرْعًا وَقَالَ هَٰذَا يَوْمٌ عَصِيبٌ ۝٧٧
Wa lammaa jaaa`at Rusulunaa Lootan seee`a bihim wa daaqa bihim zar`anw wa qaala haazaa yawmun `aseeb
📖 Afaan Oromoon
Yeroma ergamtoonni keenya Luuxitti dhufan, inni isaanitti gadde; qomti isaas isaaniif dhiphate“Kun guyyaa cimaadha” jedhe
🎧 Caqasi

📜 Aayah 75-79 — Hud

75إِنَّ إِبْرَاهِيمَ لَحَلِيمٌ أَوَّاهٌ مُّنِيبٌ
Dhugumatti, Ibraahiim obsaa, mararfataa, deebi’aadha
76يَا إِبْرَاهِيمُ أَعْرِضْ عَنْ هَٰذَا ۖ إِنَّهُ قَدْ جَاءَ أَمْرُ رَبِّكَ ۖ وَإِنَّهُمْ آتِيهِمْ عَذَابٌ غَيْرُ مَرْدُودٍ
Yaa Ibraahiim! (Falmii) kana irraa gara galiDhugumatti, ajajni Gooftaa keetii dhufee jiraIsaanis adabbiin hin deebifamne isaanitti dhufa
77وَلَمَّا جَاءَتْ رُسُلُنَا لُوطًا سِيءَ بِهِمْ وَضَاقَ بِهِمْ ذَرْعًا وَقَالَ هَٰذَا يَوْمٌ عَصِيبٌ
Yeroma ergamtoonni keenya Luuxitti dhufan, inni isaanitti gadde; qomti isaas isaaniif dhiphate“Kun guyyaa cimaadha” jedhe
78وَجَاءَهُ قَوْمُهُ يُهْرَعُونَ إِلَيْهِ وَمِن قَبْلُ كَانُوا يَعْمَلُونَ السَّيِّئَاتِ ۚ قَالَ يَا قَوْمِ هَٰؤُلَاءِ بَنَاتِي هُنَّ أَطْهَرُ لَكُمْ ۖ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَلَا تُخْزُونِ فِي ضَيْفِي ۖ أَلَيْسَ مِنكُمْ رَجُلٌ رَّشِيدٌ
Ummanni isaas gara isaatti kan ariifatan ta’aa isatti dhufanSana duras gocha fokkataa kan raawwatanu turan(Luux) ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Isaan kun shamarran kiyyaIsaan (yoo seeraan fuutan) isiniif qulqulluudhaRabbiin sodaadhaa; keessummaa kiyya keessattis na hin xiqqeessinaaSila isin irraa namni qajeelaan tokkolleen hin jiruu?”
79قَالُوا لَقَدْ عَلِمْتَ مَا لَنَا فِي بَنَاتِكَ مِنْ حَقٍّ وَإِنَّكَ لَتَعْلَمُ مَا نُرِيدُ
Isaan ni jedhan: “Dhugumatti, ati akka nuti ijoollee dubaraa kee irraa fedha hin qabne beektee jirta, dhugumatti ati waan nuti barbaannu sirritti beekta.”
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — Hud 77

Suuratu Hud Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma ergamtoonni keenya Luuxitti dhufan, inni isaanitti gadde; qomti isaas…

Suuratu Aayah 77/123 — Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Hud Caqasi, Hud Hiikkaa, Hud mp3, Hud pdf. Aayah 75–79. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers