Al-Hijr · 53/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالُوا لَا تَوْجَلْ إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ عَلِيمٍ ۝٥٣
Qaaloo la tawjal innaa nubashshiruka bighulaamin `aleem
📖 Afaan Oromoon
“Hin sodaatinNuti ilma beekaa ta’een si gammachiifnaa” jedhan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 51-55 — Suuratu Al-Hijr

51وَنَبِّئْهُمْ عَن ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ
Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi
52إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا قَالَ إِنَّا مِنكُمْ وَجِلُونَ
Yeroo isa irratti seenanii, salaam jedhan (nagaa gaafatan) [Inni] “Dhugumatti, nuti isin irraa sodaatoodha” jedheen
53قَالُوا لَا تَوْجَلْ إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ عَلِيمٍ
“Hin sodaatinNuti ilma beekaa ta’een si gammachiifnaa” jedhan
54قَالَ أَبَشَّرْتُمُونِي عَلَىٰ أَن مَّسَّنِيَ الْكِبَرُ فَبِمَ تُبَشِّرُونَ
“Sila dullumni na tuquu wajjin na gammachiiftuu? Maaliin na gammachiiftu?” jedheen
55قَالُوا بَشَّرْنَاكَ بِالْحَقِّ فَلَا تَكُن مِّنَ الْقَانِطِينَ
“(Nuti) dhugamaan si gammachiifne; Abdii kutattoota irraa hin ta’in” jedhaniin
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 53

Suuratu Al-Hijr Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Hin sodaatinNuti ilma beekaa ta’een si gammachiifnaa” jedhan

Suuratu Aayah 53/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers