Al-Hijr · 52/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا قَالَ إِنَّا مِنكُمْ وَجِلُونَ ۝٥٢
Iz dakhaloo `alaihi faqaaloo salaaman qaala innaa minkum wajiloon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo isa irratti seenanii, salaam jedhan (nagaa gaafatan) [Inni] “Dhugumatti, nuti isin irraa sodaatoodha” jedheen

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 50-54 — Suuratu Al-Hijr

50وَأَنَّ عَذَابِي هُوَ الْعَذَابُ الْأَلِيمُ
“Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)
51وَنَبِّئْهُمْ عَن ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ
Keessummaa Ibraahiim irraas isaanitti odeessi
52إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا قَالَ إِنَّا مِنكُمْ وَجِلُونَ
Yeroo isa irratti seenanii, salaam jedhan (nagaa gaafatan) [Inni] “Dhugumatti, nuti isin irraa sodaatoodha” jedheen
53قَالُوا لَا تَوْجَلْ إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ عَلِيمٍ
“Hin sodaatinNuti ilma beekaa ta’een si gammachiifnaa” jedhan
54قَالَ أَبَشَّرْتُمُونِي عَلَىٰ أَن مَّسَّنِيَ الْكِبَرُ فَبِمَ تُبَشِّرُونَ
“Sila dullumni na tuquu wajjin na gammachiiftuu? Maaliin na gammachiiftu?” jedheen
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 52

Suuratu Al-Hijr Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo isa irratti seenanii, salaam jedhan (nagaa gaafatan) [Inni] “Dhugumatti,…

Suuratu Aayah 52/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers