Al-Hijr · 69/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
وَاتَّقُوا اللَّهَ وَلَا تُخْزُونِ ۝٦٩
Wattaqul laaha wa laa tukhzoon
📖 Afaan Oromoon
“Rabbiin sodaadhaa; anas hin xiqqeessinaa.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 67-71 — Al-Hijr

67وَجَاءَ أَهْلُ الْمَدِينَةِ يَسْتَبْشِرُونَ
Jiraattonni magaalaas kan wal gammachiisan ta’anii dhufan
68قَالَ إِنَّ هَٰؤُلَاءِ ضَيْفِي فَلَا تَفْضَحُونِ
(Luuxis ni jedhe): “Dhugumatti, isaan kun keessumoota kiyyaa, nan saaxilinaa” jedhe
69وَاتَّقُوا اللَّهَ وَلَا تُخْزُونِ
“Rabbiin sodaadhaa; anas hin xiqqeessinaa.”
70قَالُوا أَوَلَمْ نَنْهَكَ عَنِ الْعَالَمِينَ
(Namoonni magaalattiis) “Sila nuti aalama (keessummeessuu) irraa si hin dhorginee?” jedhan
71قَالَ هَٰؤُلَاءِ بَنَاتِي إِن كُنتُمْ فَاعِلِينَ
(Luuxis) ni jedhe: “kun shamarran kiyya, Yoo kan raawwattan taataniif (isaan fuudhaa).”
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 69

Suuratu Al-Hijr Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Rabbiin sodaadhaa; anas hin xiqqeessinaa.”

Suuratu Aayah 69/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers