An-Nahl · 60/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
لِلَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ مَثَلُ السَّوْءِ ۖ وَلِلَّهِ الْمَثَلُ الْأَعْلَىٰ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝٦٠
Lillazeena laa yu`minoona bil Aakhirati masalus saw`i wa lillaahil masalul a`laa; wa Huwal `Azeezul Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Isaan Aakhiraatti hin amanneef amala gadheetu jiraRabbiif immoo sifaata ol ta’aatu jiraInni injifataa, ogeessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-62 — An-Nahl

58وَإِذَا بُشِّرَ أَحَدُهُم بِالْأُنثَىٰ ظَلَّ وَجْهُهُ مُسْوَدًّا وَهُوَ كَظِيمٌ
Tokkoon isaanii yeroo dubaraan gammachiifame, innis gaddaan kan guutame ta’ee fuulli isaa gurraacha ta’a
59يَتَوَارَىٰ مِنَ الْقَوْمِ مِن سُوءِ مَا بُشِّرَ بِهِ ۚ أَيُمْسِكُهُ عَلَىٰ هُونٍ أَمْ يَدُسُّهُ فِي التُّرَابِ ۗ أَلَا سَاءَ مَا يَحْكُمُونَ
Fokkina waan ittiin gammachiifamee irraas “Sila salphina irratti ishee qabata moo? biyyee keessatti ishee awwaala?” (jechuun kan dhama’e ta’ee) namoota irraa dhokataDhagahaa! Wanti isaan murteessan waa fokkate
60لِلَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ مَثَلُ السَّوْءِ ۖ وَلِلَّهِ الْمَثَلُ الْأَعْلَىٰ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Isaan Aakhiraatti hin amanneef amala gadheetu jiraRabbiif immoo sifaata ol ta’aatu jiraInni injifataa, ogeessa
61وَلَوْ يُؤَاخِذُ اللَّهُ النَّاسَ بِظُلْمِهِم مَّا تَرَكَ عَلَيْهَا مِن دَابَّةٍ وَلَٰكِن يُؤَخِّرُهُمْ إِلَىٰ أَجَلٍ مُّسَمًّى ۖ فَإِذَا جَاءَ أَجَلُهُمْ لَا يَسْتَأْخِرُونَ سَاعَةً ۖ وَلَا يَسْتَقْدِمُونَ
Odoo Rabbiin namoota miidhaa isaaniitiin qabee, silaa dugda ishee (dachii) irratti lubbuu qabeeyyii tokkoyyuu hin dhiisu tureGaruu hanga beellama murtaa’eetti isaan tursiisaYeroo beellamni isaanii ga’e, sa’aatii tokkollee hin tursiifamanu; duras hin bu’anu
62وَيَجْعَلُونَ لِلَّهِ مَا يَكْرَهُونَ وَتَصِفُ أَلْسِنَتُهُمُ الْكَذِبَ أَنَّ لَهُمُ الْحُسْنَىٰ ۖ لَا جَرَمَ أَنَّ لَهُمُ النَّارَ وَأَنَّهُم مُّفْرَطُونَ
Waan ofii jibbanis Rabbiif taasisu“Toltuun (Jannanni) numaafi” (jechuun) Arrabni isaaniis kijiba dubbattiIbiddi isaaniif ta’ee isaan (gara ishee) jalqaba oofamuutti shakkiin hin jiru
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 60

Suuratu An-Nahl Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Aakhiraatti hin amanneef amala gadheetu jiraRabbiif immoo sifaata ol…

Suuratu Aayah 60/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 58–62. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers