Ash-Shu'ara · 129/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَتَتَّخِذُونَ مَصَانِعَ لَعَلَّكُمْ تَخْلُدُونَ ۝١٢٩
Wa tattakhizoona masaani`a la`allakum takhludoon
📖 Afaan Oromoon
Kuusaa bishaaniitiifi gamoowwanis akka waan keessatti haftanuutti tolfattuu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 127-131 — Ash-Shu'ara

127وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irratti malee hin taane
128أَتَبْنُونَ بِكُلِّ رِيعٍ آيَةً تَعْبَثُونَ
Sila isin kan [nama tarutti] qishintanu taatanii iddoo ol fuudhamaa hunda irratti [gamoo] mallattoo ijaartuu
129وَتَتَّخِذُونَ مَصَانِعَ لَعَلَّكُمْ تَخْلُدُونَ
Kuusaa bishaaniitiifi gamoowwanis akka waan keessatti haftanuutti tolfattuu
130وَإِذَا بَطَشْتُم بَطَشْتُمْ جَبَّارِينَ
Yeroo [namoota adabbiif] qabdanis gara jabeeyyii taatanii qabdan
131فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
129Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 129

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 129 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kuusaa bishaaniitiifi gamoowwanis akka waan keessatti haftanuutti tolfattuu

Suuratu Aayah 129/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 127–131. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers