Ash-Shu'ara · 130/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِذَا بَطَشْتُم بَطَشْتُمْ جَبَّارِينَ ۝١٣٠
Wa izaa batashtum batashtum jabbaareen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo [namoota adabbiif] qabdanis gara jabeeyyii taatanii qabdan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 128-132 — Suuratu Ash-Shu'ara

128أَتَبْنُونَ بِكُلِّ رِيعٍ آيَةً تَعْبَثُونَ
Sila isin kan [nama tarutti] qishintanu taatanii iddoo ol fuudhamaa hunda irratti [gamoo] mallattoo ijaartuu
129وَتَتَّخِذُونَ مَصَانِعَ لَعَلَّكُمْ تَخْلُدُونَ
Kuusaa bishaaniitiifi gamoowwanis akka waan keessatti haftanuutti tolfattuu
130وَإِذَا بَطَشْتُم بَطَشْتُمْ جَبَّارِينَ
Yeroo [namoota adabbiif] qabdanis gara jabeeyyii taatanii qabdan
131فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
132وَاتَّقُوا الَّذِي أَمَدَّكُم بِمَا تَعْلَمُونَ
Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaases sodaadhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
130Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 130

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 130 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo [namoota adabbiif] qabdanis gara jabeeyyii taatanii qabdan

Suuratu Aayah 130/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 128–132. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers