Ash-Shu'ara · 137/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنْ هَٰذَا إِلَّا خُلُقُ الْأَوَّلِينَ ۝١٣٧
In haazaaa illaa khuluqul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 135-139 — Suuratu Ash-Shu'ara

135إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”
136قَالُوا سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَوَعَظْتَ أَمْ لَمْ تَكُن مِّنَ الْوَاعِظِينَ
[Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa
137إِنْ هَٰذَا إِلَّا خُلُقُ الْأَوَّلِينَ
Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti
138وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]
139فَكَذَّبُوهُ فَأَهْلَكْنَاهُمْ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
137Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 137

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 137 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti

Suuratu Aayah 137/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 135–139. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers