Ash-Shu'ara · 153/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
قَالُوا إِنَّمَا أَنتَ مِنَ الْمُسَحَّرِينَ ۝١٥٣
Qaalooo innamaa anta minal musahhareen
📖 Afaan Oromoon
[Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 151-155 — Suuratu Ash-Shu'ara

151وَلَا تُطِيعُوا أَمْرَ الْمُسْرِفِينَ
Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa
152الَّذِينَ يُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ وَلَا يُصْلِحُونَ
Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]
153قَالُوا إِنَّمَا أَنتَ مِنَ الْمُسَحَّرِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha
154مَا أَنتَ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُنَا فَأْتِ بِآيَةٍ إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
Ati namuma akka keenyaati malee waan biraatii mitiWarra dhugaa dubbatan irraa yoo taate mallattoo fidi.”
155قَالَ هَٰذِهِ نَاقَةٌ لَّهَا شِرْبٌ وَلَكُمْ شِرْبُ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
[Saalihis] ni jedhe: “Isheen kun Gaala; isheef carraa dhugaatiitu jira; Isiniifis carraa dhugaatii guyyaa beekamaa ta’eetu jira
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
153Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 153

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 153 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame…

Suuratu Aayah 153/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 151–155. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers