Ash-Shu'ara · 165/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
أَتَأْتُونَ الذُّكْرَانَ مِنَ الْعَالَمِينَ ۝١٦٥
Ataatoonaz zukraana minal `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Sila isin (qunnamtii saalaatiif) aalama hunda irraa dhiirotatti dhuftuu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 163-167 — Ash-Shu'ara

163فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa
164وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
165أَتَأْتُونَ الذُّكْرَانَ مِنَ الْعَالَمِينَ
Sila isin (qunnamtii saalaatiif) aalama hunda irraa dhiirotatti dhuftuu
166وَتَذَرُونَ مَا خَلَقَ لَكُمْ رَبُّكُم مِّنْ أَزْوَاجِكُم ۚ بَلْ أَنتُمْ قَوْمٌ عَادُونَ
Waan Gooftaan keessan haadhotii manaa keessan irraa isiniif uumes ni dhiiftuu? Dhugumatti isin ummata daangaa dabritoota” [jedhe]
167قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا لُوطُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمُخْرَجِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Luux! Yoo [waan jettu irraa] hin dhorgamin, dhugumatti warra [biyyarraa] baafaman irraa taata.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
165Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 165

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 165 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila isin (qunnamtii saalaatiif) aalama hunda irraa dhiirotatti dhuftuu

Suuratu Aayah 165/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 163–167. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers