As-Saffat · 117/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَآتَيْنَاهُمَا الْكِتَابَ الْمُسْتَبِينَ ۝١١٧
Wa aatainaahumal Kitaabal mustabeen
📖 Afaan Oromoon
Kitaaba ifa ta’e isaaniif kennine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 115-119 — Suuratu As-Saffat

115وَنَجَّيْنَاهُمَا وَقَوْمَهُمَا مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Isaan lamaaniifi ummata isaanis rakkina guddaa irraa baraarsinee jirra
116وَنَصَرْنَاهُمْ فَكَانُوا هُمُ الْغَالِبِينَ
Isaan tumsinee, isaanumatu injifattoota ta’ani
117وَآتَيْنَاهُمَا الْكِتَابَ الْمُسْتَبِينَ
Kitaaba ifa ta’e isaaniif kennine
118وَهَدَيْنَاهُمَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ
Karaa qajeelaa isaan qajeelchine
119وَتَرَكْنَا عَلَيْهِمَا فِي الْآخِرِينَ
Isaan lamaaniif dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
117Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 117

Suuratu As-Saffat Aayah 117 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kitaaba ifa ta’e isaaniif kennine

Suuratu Aayah 117/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 115–119. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers