An-Najm · 22/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
تِلْكَ إِذًا قِسْمَةٌ ضِيزَىٰ ۝٢٢
Tilka izan qismatun deezaa
📖 Afaan Oromoon
Isheen kun oggas qooda jalloodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu An-Najm

20وَمَنَاةَ الثَّالِثَةَ الْأُخْرَىٰ
Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa)
21أَلَكُمُ الذَّكَرُ وَلَهُ الْأُنثَىٰ
Sila isiniif dhiirri taeeti dubartiin isaaf taatee
22تِلْكَ إِذًا قِسْمَةٌ ضِيزَىٰ
Isheen kun oggas qooda jalloodha
23إِنْ هِيَ إِلَّا أَسْمَاءٌ سَمَّيْتُمُوهَا أَنتُمْ وَآبَاؤُكُم مَّا أَنزَلَ اللَّهُ بِهَا مِن سُلْطَانٍ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَمَا تَهْوَى الْأَنفُسُ ۖ وَلَقَدْ جَاءَهُم مِّن رَّبِّهِمُ الْهُدَىٰ
Isheen maqoota isiniifi abbootiin keessan odoo Rabbiin ragaa isheef hin buusin moggaaftani malee homaa mitiSe’aafi waan lubbuun isaanii feetu qofa hordofuDhugumaan qajeelfamni Rabbii isaanii irraa isaanitti dhufee jira
24أَمْ لِلْإِنسَانِ مَا تَمَنَّىٰ
Moo namaaf waanuma hawwetu jira
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — An-Najm 22

Suuratu An-Najm Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isheen kun oggas qooda jalloodha

Suuratu Aayah 22/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers