Al-An'am · 12/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قُل لِّمَن مَّا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ قُل لِّلَّهِ ۚ كَتَبَ عَلَىٰ نَفْسِهِ الرَّحْمَةَ ۚ لَيَجْمَعَنَّكُمْ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ لَا رَيْبَ فِيهِ ۚ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ ۝١٢
Qul limam maa fis samaawaati wal ardi qul lillaah; kataba `alaa nafsihir rahmah; la yajma `annakum ilaa Yawmil Qiyaamati laa raiba feeh; allazeena khasirooo anfusahum fahum laa yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Wantoonni samiifi dachii keessa jiran hundi kan eenyuuti?" jedhi“Kan Rabbiiti” jedhiLubbuu Isaa irratti rahmata barreessee jiraDhugumatti, Guyyaa Qiyaamaa mamiin isa keessa hin jirreef walitti isin qabaIsaan lubbuu isaanii hoongessan, hin amananu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 10-14 — Al-An'am

10وَلَقَدِ اسْتُهْزِئَ بِرُسُلٍ مِّن قَبْلِكَ فَحَاقَ بِالَّذِينَ سَخِرُوا مِنْهُم مَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Dhugumatti, ergamoota si dura turanittis qoosamee tureIsaan irraa warra qoosanitti wanti isaan itti qoosaa turan isaanitti marse
11قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ ثُمَّ انظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُكَذِّبِينَ
Jedhi: "dachii keessa deemaa; ergasii booddeen warra dhugaa kijibsiisee akkam akka ta’e ilaalaa
12قُل لِّمَن مَّا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ قُل لِّلَّهِ ۚ كَتَبَ عَلَىٰ نَفْسِهِ الرَّحْمَةَ ۚ لَيَجْمَعَنَّكُمْ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ لَا رَيْبَ فِيهِ ۚ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Wantoonni samiifi dachii keessa jiran hundi kan eenyuuti?" jedhi“Kan Rabbiiti” jedhiLubbuu Isaa irratti rahmata barreessee jiraDhugumatti, Guyyaa Qiyaamaa mamiin isa keessa hin jirreef walitti isin qabaIsaan lubbuu isaanii hoongessan, hin amananu
13۞ وَلَهُ مَا سَكَنَ فِي اللَّيْلِ وَالنَّهَارِ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Wanti halkaniifi guyyaa keessa callises kan RabbiitiInni dhagayaa, beekaadhas
14قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيًّا فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ يُطْعِمُ وَلَا يُطْعَمُ ۗ قُلْ إِنِّي أُمِرْتُ أَنْ أَكُونَ أَوَّلَ مَنْ أَسْلَمَ ۖ وَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne taeen alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi"Ani jalqaba nama Rabbiif bulee tauuttin ajajameMushrikoota irraas hin tain (jedhameera)" jedhi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 12

Suuratu Al-An'am Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wantoonni samiifi dachii keessa jiran hundi kan eenyuuti?" jedhi“Kan Rabbiiti”…

Suuratu Aayah 12/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers