Al-A'raf · 119/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
فَغُلِبُوا هُنَالِكَ وَانقَلَبُوا صَاغِرِينَ ۝١١٩
Faghuliboo hunaalika wanqalaboo saaghireen
📖 Afaan Oromoon
Achitti ni injifataman; salphattoota ta’anii deebi’an
🎧 Caqasi

📜 Aayah 117-121 — Al-A'raf

117۞ وَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ أَنْ أَلْقِ عَصَاكَ ۖ فَإِذَا هِيَ تَلْقَفُ مَا يَأْفِكُونَ
Gara Muusaattis "ulee kee darbi" (jechuun) beeksisa gooneAchumaan isheen waan isaan kijiban ni liqimsiti
118فَوَقَعَ الْحَقُّ وَبَطَلَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Dhugaan ni mirkanaa’e; wanti isaan hojjataa turanis ni bade
119فَغُلِبُوا هُنَالِكَ وَانقَلَبُوا صَاغِرِينَ
Achitti ni injifataman; salphattoota ta’anii deebi’an
120وَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Saahiroonni (Rabbiif) kan sujuudan taanii kufan
121قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhan: "Gooftaa aalamaatti amanneerra
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
119Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 119

Suuratu Al-A'raf Aayah 119 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achitti ni injifataman; salphattoota ta’anii deebi’an

Suuratu Aayah 119/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 117–121. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers