Al-A'raf · 118/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
فَوَقَعَ الْحَقُّ وَبَطَلَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ ۝١١٨
Fawaqa`al haqqu wa batala maa kaanoo ya`maloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugaan ni mirkanaa’e; wanti isaan hojjataa turanis ni bade
🎧 Caqasi

📜 Aayah 116-120 — Al-A'raf

116قَالَ أَلْقُوا ۖ فَلَمَّا أَلْقَوْا سَحَرُوا أَعْيُنَ النَّاسِ وَاسْتَرْهَبُوهُمْ وَجَاءُوا بِسِحْرٍ عَظِيمٍ
Darbadhaa" jedheYeroma (funyoo isaanii) darbatan ija namootaa falfalanii isaan sodaachisanSihrii guddaanis dhufan
117۞ وَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ أَنْ أَلْقِ عَصَاكَ ۖ فَإِذَا هِيَ تَلْقَفُ مَا يَأْفِكُونَ
Gara Muusaattis "ulee kee darbi" (jechuun) beeksisa gooneAchumaan isheen waan isaan kijiban ni liqimsiti
118فَوَقَعَ الْحَقُّ وَبَطَلَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Dhugaan ni mirkanaa’e; wanti isaan hojjataa turanis ni bade
119فَغُلِبُوا هُنَالِكَ وَانقَلَبُوا صَاغِرِينَ
Achitti ni injifataman; salphattoota ta’anii deebi’an
120وَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Saahiroonni (Rabbiif) kan sujuudan taanii kufan
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
118Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 118

Suuratu Al-A'raf Aayah 118 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugaan ni mirkanaa’e; wanti isaan hojjataa turanis ni bade

Suuratu Aayah 118/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 116–120. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers