Al-A'raf · 125/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
قَالُوا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا مُنقَلِبُونَ ۝١٢٥
Qaaloo innaaa ilaa Rabbinaa munqaliboon
📖 Afaan Oromoon
Isaanis "Nuti Dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa deebi’oo dha" jedhan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 123-127 — Al-A'raf

123قَالَ فِرْعَوْنُ آمَنتُم بِهِ قَبْلَ أَنْ آذَنَ لَكُمْ ۖ إِنَّ هَٰذَا لَمَكْرٌ مَّكَرْتُمُوهُ فِي الْمَدِينَةِ لِتُخْرِجُوا مِنْهَا أَهْلَهَا ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Fir’awnis ni jedhe: "odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantuu? Dhugumatti, kun tooftaa isin magaalattii keessatti jiraattota ishee isii irraa baasuuf jecha mari’attaniidhaFuulduratti ni beektu
124لَأُقَطِّعَنَّ أَيْدِيَكُمْ وَأَرْجُلَكُم مِّنْ خِلَافٍ ثُمَّ لَأُصَلِّبَنَّكُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, harka keessaniifi miila keessan wal faallessuunan kukkutaErgasii hunda keessaniiyyuu nan fannisa
125قَالُوا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا مُنقَلِبُونَ
Isaanis "Nuti Dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa deebi’oo dha" jedhan
126وَمَا تَنقِمُ مِنَّا إِلَّا أَنْ آمَنَّا بِآيَاتِ رَبِّنَا لَمَّا جَاءَتْنَا ۚ رَبَّنَا أَفْرِغْ عَلَيْنَا صَبْرًا وَتَوَفَّنَا مُسْلِمِينَ
Mallattooleen Gooftaa keenyaa yeroma nutti dhuftu itti amanuu (keenya) malee wanti nurraa haaloo bahattu hin jiruGooftaa keenya! obsa nurratti dhangalaasiMuslimoota godhii nu ajjeesi" (jedhan)
127وَقَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِ فِرْعَوْنَ أَتَذَرُ مُوسَىٰ وَقَوْمَهُ لِيُفْسِدُوا فِي الْأَرْضِ وَيَذَرَكَ وَآلِهَتَكَ ۚ قَالَ سَنُقَتِّلُ أَبْنَاءَهُمْ وَنَسْتَحْيِي نِسَاءَهُمْ وَإِنَّا فَوْقَهُمْ قَاهِرُونَ
Ummata Fir’awni irraas qondaalonni "sila ati Muusaafi ummata isaa akka dachii keessa balleessanii (Muusaanis) sihiifi gabbaramtoota keetis akka dhiisuuf (isaan) dhiiftaa?" jedhan[Inni] ni jedhe: "Nuti ilmaan dhiiraa isaanii ni ajjeefnaDubartoota isaanii immoo ni jiraachifnaDhugumatti, nuti isaan irratti moo’attoota
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
125Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 125

Suuratu Al-A'raf Aayah 125 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanis "Nuti Dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa deebi’oo dha" jedhan

Suuratu Aayah 125/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 123–127. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers