An-Nisa · 118/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
لَّعَنَهُ اللَّهُ ۘ وَقَالَ لَأَتَّخِذَنَّ مِنْ عِبَادِكَ نَصِيبًا مَّفْرُوضًا ۝١١٨
La`anahul laah; wa qaala la attakhizanna min `ibaadika naseebam mafroodaa
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin isa abaareeraInnis ni jedhe: “Ani gabroota kee irraa qooda murtaa’e nan qabadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 116-120 — Suuratu An-Nisa

116إِنَّ اللَّهَ لَا يَغْفِرُ أَن يُشْرَكَ بِهِ وَيَغْفِرُ مَا دُونَ ذَٰلِكَ لِمَن يَشَاءُ ۚ وَمَن يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَقَدْ ضَلَّ ضَلَالًا بَعِيدًا
Dhugumatti Rabbiin Isatti qindeeffamuu hin araaramuWaan sanaa gadii nama fedheef ni araaramaNamni Rabbitti qindeesse dhugumatti jallina fagoo ta’e jallateera
117إِن يَدْعُونَ مِن دُونِهِ إِلَّا إِنَاثًا وَإِن يَدْعُونَ إِلَّا شَيْطَانًا مَّرِيدًا
Isaa gaditti dhaltuuwwan malee homaa hin gabbaranu; shayxaana darbamaa malees homaa hin gabbaranu
118لَّعَنَهُ اللَّهُ ۘ وَقَالَ لَأَتَّخِذَنَّ مِنْ عِبَادِكَ نَصِيبًا مَّفْرُوضًا
Rabbiin isa abaareeraInnis ni jedhe: “Ani gabroota kee irraa qooda murtaa’e nan qabadha
119وَلَأُضِلَّنَّهُمْ وَلَأُمَنِّيَنَّهُمْ وَلَآمُرَنَّهُمْ فَلَيُبَتِّكُنَّ آذَانَ الْأَنْعَامِ وَلَآمُرَنَّهُمْ فَلَيُغَيِّرُنَّ خَلْقَ اللَّهِ ۚ وَمَن يَتَّخِذِ الشَّيْطَانَ وَلِيًّا مِّن دُونِ اللَّهِ فَقَدْ خَسِرَ خُسْرَانًا مُّبِينًا
Isaanis nan jallisa; isaan nan hawwisiisas; isaanis nan ajajaa gurra beeyladaa ni tarsaasu; isaanis nan ajajaa uumama Rabbii ni jijjiiru." Namni Rabbiin ala sheyxaana jaalallee godhate, inni dhugumatti hoongoo ifa ta’e hoonga’eera
120يَعِدُهُمْ وَيُمَنِّيهِمْ ۖ وَمَا يَعِدُهُمُ الشَّيْطَانُ إِلَّا غُرُورًا
Isaaniif waadaa seena; isaanis ni hawwisiisaShayxaanni gowwoomsaa malee isaaniif waadaa hin galu
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
118Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 118

Suuratu An-Nisa Aayah 118 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin isa abaareeraInnis ni jedhe: “Ani gabroota kee irraa qooda…

Suuratu Aayah 118/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 116–120. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers