Al-A'raf · 108/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
وَنَزَعَ يَدَهُ فَإِذَا هِيَ بَيْضَاءُ لِلنَّاظِرِينَ ۝١٠٨
Wa naza`a yadahoo fa izaa hiya baidaaa`u linnaazireen
📖 Afaan Oromoon
Harka isaas ni baase; isheenis yoosuu warra ilaalaniif adii (calaqqisaa) taate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 106-110 — Suuratu Al-A'raf

106قَالَ إِن كُنتَ جِئْتَ بِآيَةٍ فَأْتِ بِهَا إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
(Fir’awnis) "Yoo mallattoon dhufteef, yoo warra dhugaa dubbatan irraa taateef ishee fidi" jedheen
107فَأَلْقَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ ثُعْبَانٌ مُّبِينٌ
Ulee isaa darbate; isheen yeroma san bofa ifa galaa taate
108وَنَزَعَ يَدَهُ فَإِذَا هِيَ بَيْضَاءُ لِلنَّاظِرِينَ
Harka isaas ni baase; isheenis yoosuu warra ilaalaniif adii (calaqqisaa) taate
109قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِ فِرْعَوْنَ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ عَلِيمٌ
Qondaalonni ummata Fir’awni irraa taan ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti, saahiree (nama falfalaa) beekaadha
110يُرِيدُ أَن يُخْرِجَكُم مِّنْ أَرْضِكُمْ ۖ فَمَاذَا تَأْمُرُونَ
Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen)
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
108Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 108

Suuratu Al-A'raf Aayah 108 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Harka isaas ni baase; isheenis yoosuu warra ilaalaniif adii (calaqqisaa)…

Suuratu Aayah 108/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 106–110. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers