Al-A'raf · 121/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ ۝١٢١
Qaaloo aamannaa bi Rabbil `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhan: "Gooftaa aalamaatti amanneerra

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 119-123 — Suuratu Al-A'raf

119فَغُلِبُوا هُنَالِكَ وَانقَلَبُوا صَاغِرِينَ
Achitti ni injifataman; salphattoota ta’anii deebi’an
120وَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Saahiroonni (Rabbiif) kan sujuudan taanii kufan
121قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhan: "Gooftaa aalamaatti amanneerra
122رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti
123قَالَ فِرْعَوْنُ آمَنتُم بِهِ قَبْلَ أَنْ آذَنَ لَكُمْ ۖ إِنَّ هَٰذَا لَمَكْرٌ مَّكَرْتُمُوهُ فِي الْمَدِينَةِ لِتُخْرِجُوا مِنْهَا أَهْلَهَا ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Fir’awnis ni jedhe: "odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantuu? Dhugumatti, kun tooftaa isin magaalattii keessatti jiraattota ishee isii irraa baasuuf jecha mari’attaniidhaFuulduratti ni beektu
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
121Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 121

Suuratu Al-A'raf Aayah 121 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhan: "Gooftaa aalamaatti amanneerra

Suuratu Aayah 121/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 119–123. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers