Al-A'raf · 122/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ ۝١٢٢
Rabbi Moosaa wa Haaroon
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 120-124 — Suuratu Al-A'raf

120وَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Saahiroonni (Rabbiif) kan sujuudan taanii kufan
121قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhan: "Gooftaa aalamaatti amanneerra
122رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti
123قَالَ فِرْعَوْنُ آمَنتُم بِهِ قَبْلَ أَنْ آذَنَ لَكُمْ ۖ إِنَّ هَٰذَا لَمَكْرٌ مَّكَرْتُمُوهُ فِي الْمَدِينَةِ لِتُخْرِجُوا مِنْهَا أَهْلَهَا ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Fir’awnis ni jedhe: "odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantuu? Dhugumatti, kun tooftaa isin magaalattii keessatti jiraattota ishee isii irraa baasuuf jecha mari’attaniidhaFuulduratti ni beektu
124لَأُقَطِّعَنَّ أَيْدِيَكُمْ وَأَرْجُلَكُم مِّنْ خِلَافٍ ثُمَّ لَأُصَلِّبَنَّكُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, harka keessaniifi miila keessan wal faallessuunan kukkutaErgasii hunda keessaniiyyuu nan fannisa
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
122Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 122

Suuratu Al-A'raf Aayah 122 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa Muusaafi Haaruunitti

Suuratu Aayah 122/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 120–124. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers