Al-Hijr · 71/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ هَٰؤُلَاءِ بَنَاتِي إِن كُنتُمْ فَاعِلِينَ ۝٧١
Qaala haaa`ulaaa`i banaateee in kuntum faa`ileen
📖 Afaan Oromoon
(Luuxis) ni jedhe: “kun shamarran kiyya, Yoo kan raawwattan taataniif (isaan fuudhaa).”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 69-73 — Suuratu Al-Hijr

69وَاتَّقُوا اللَّهَ وَلَا تُخْزُونِ
“Rabbiin sodaadhaa; anas hin xiqqeessinaa.”
70قَالُوا أَوَلَمْ نَنْهَكَ عَنِ الْعَالَمِينَ
(Namoonni magaalattiis) “Sila nuti aalama (keessummeessuu) irraa si hin dhorginee?” jedhan
71قَالَ هَٰؤُلَاءِ بَنَاتِي إِن كُنتُمْ فَاعِلِينَ
(Luuxis) ni jedhe: “kun shamarran kiyya, Yoo kan raawwattan taataniif (isaan fuudhaa).”
72لَعَمْرُكَ إِنَّهُمْ لَفِي سَكْرَتِهِمْ يَعْمَهُونَ
(Yaa Muhammad!) Jireenya keetti kakadhee! Dhugumatti, isaan machii isaanii kessa dhama’u
73فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ مُشْرِقِينَ
Biiftuun isaanitti kan baatu ta’anii iyyattiin isaan qabatte
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 71

Suuratu Al-Hijr Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Luuxis) ni jedhe: “kun shamarran kiyya, Yoo kan raawwattan taataniif…

Suuratu Aayah 71/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers