Ash-Shu'ara · 167/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا لُوطُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمُخْرَجِينَ ۝١٦٧
Qaloo la`il lam tantahi yaa Lootu latakoonanna minal mukhrajeen
📖 Afaan Oromoon
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Luux! Yoo [waan jettu irraa] hin dhorgamin, dhugumatti warra [biyyarraa] baafaman irraa taata.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 165-169 — Ash-Shu'ara

165أَتَأْتُونَ الذُّكْرَانَ مِنَ الْعَالَمِينَ
Sila isin (qunnamtii saalaatiif) aalama hunda irraa dhiirotatti dhuftuu
166وَتَذَرُونَ مَا خَلَقَ لَكُمْ رَبُّكُم مِّنْ أَزْوَاجِكُم ۚ بَلْ أَنتُمْ قَوْمٌ عَادُونَ
Waan Gooftaan keessan haadhotii manaa keessan irraa isiniif uumes ni dhiiftuu? Dhugumatti isin ummata daangaa dabritoota” [jedhe]
167قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا لُوطُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمُخْرَجِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Luux! Yoo [waan jettu irraa] hin dhorgamin, dhugumatti warra [biyyarraa] baafaman irraa taata.”
168قَالَ إِنِّي لِعَمَلِكُم مِّنَ الْقَالِينَ
[Luuxis] ni jedhe: “Dhugumatti, ani namoota dalagaa keessan jibban irraayyi
169رَبِّ نَجِّنِي وَأَهْلِي مِمَّا يَعْمَلُونَ
Yaa Gooftaa kiyya! Anaafi maatii kiyya waan isaan dalagan irraa nu baraari.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
167Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 167

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 167 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Isaan] ni jedhan: “Yaa Luux! Yoo [waan jettu irraa] hin…

Suuratu Aayah 167/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 165–169. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers